Hoji-Gaggeessaa Olaanaa (Ciudad General Escobedo)

Hoji-Gaggeessaa Olaanaa (Ciudad General Escobedo)

10 ago
|
Sadetan Chora Farmers' Coop Union
|
Ciudad General Escobedo

10 ago

Sadetan Chora Farmers' Coop Union

Ciudad General Escobedo

Hoji-gaggeessaa olaanaa

Posted by: Admin

Posted Date: 25.03.2025

Share

Application period has ended.

Category

general manager (hoji-gaggeessaa olaanaa

Deadline

Apr, 04, 2025

Experience Level

Senior

Job Type

Full Time

Salary

19613

Job Detail

Maqaa Mana Hojii :- Yuuniyeenii Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Saddeettan Cooraa.
Waamamaa Gita hojii:- Hoji Gaggeessaa Olaanaa Yuuniyeenichaa
Sadarkaa- X
Mindaa- Qarshii 19,6,13 (kuma Kudhaa Sagalii fi dhibba ja’a fi Kudha sadii qofa)
Baay’ina tokkoo(1)
Iddoo Hojii:- Godina B/Beddellee Aanaa Cooraa Magaalaa Qumbabee
Baay’ina:-1

Ulaagaa Dandeetiiwwaan Gitni hojichaa barbaadu

Gosa Barnootaa:- gosa barnoota “Cooperative Management”, “Agricultural Economics”, “Accounting & Public Finance”, “Business Administration”, “Management”, “Agricultural Business Managament”, “Coopearative Business Management”, “Cooperative Acconting & Auditing ”“Development Management”
Sadarkaa Baruumsaa:- Digrii jalqabaa yookiin Digrii lammaffaa
Muuxannoo Hojii:- Digirii jalqabaatiif waggaa kudhan (10)



fi sanaa ol hojii bulchiinsaa ykn Hojii gaggeessaa waldaalee hojii gamtaa irratti kallattiin gaggeessummaan kan hojjete/tte. Digirii lammaffaatiif waggaa Saddeeti (8) fi sanaa ol hojii bulchiinsa yuuniyeenii fi dhaabbilee faayinaansii, hooggansa waldaalee hojii gamtaa irratti gaggessumman kan hojjete/tte ,
Koorniyaa :- Lamaanuu
Haala Qaxarrii:-Dhaabbiidhaan
Iddoo Galmee:-Waajjira Yuuniyeenichaa Magaalaa Qumbaabee Waajjira Yuuniyeenii Q/B/WHG Saddeettan cooraa, akkasumas karaa marsariitii Yuuniyeenichaa irraan online galmaa'uun ni danda'ama.
Dandeettiiwwan barbaachisoo;-. Kompitaraa, Afaan Oromoo, Ingiliffaa, fi amaariffaa dubbisuu, dubbachuu fi barreessuu kan danda’u/kan dandeessu akkasumas wabii gahaa dhiyeeffachuu kan danda’u/dandeessu,
Guyyaa galmeen itti xumuramu guyyaa beeksisini kun bahe irraa eegalee guyyaa hojii 10(kudhan) keessatti. Ragaa barnootaa fi CV keessan qabatanii waajjira yuuniyeeniichaatti argamuun yookaan karàa onlin

📌 Hoji-Gaggeessaa Olaanaa (Ciudad General Escobedo)
🏢 Sadetan Chora Farmers' Coop Union
📍 Ciudad General Escobedo

Postulate a este anuncio

Muestra tus habilidades a la empresa, rellenar el formulario y deja un toque personal en la carta, ayudará el reclutador en la elección del candidato.

Suscribete a esta alerta:

Recibe por email las nuevas ofertas de trabajo para: hoji-gaggeessaa olaanaa (ciudad general escobedo) / ciudad general escobedo

Suscribete a esta alerta:

Recibe por email las nuevas ofertas de trabajo para: hoji-gaggeessaa olaanaa (ciudad general escobedo) / ciudad general escobedo